This website no longer supports Internet Explorer 11. Please use a more up-to-date browser such as Firefox, Chrome for better viewing and usability.

20 Tarkaanfiilee Oomisha Saliixaa Orgaanikii Fooyyeessuuf gargaaran

Description

Qajeelchi kun waa’ee qajeelfamoota oomisha orgaanikii seensa waliigalaa dhiyeessa. Akkasumas, sadarkaalee murteessoo 20 oomisha saliixa orgaanikii walitti qabee dhiyeessa. Sadarkaaleen kunneen oomishtoonni oomisha salixaa gaarii ta'efi qulqullina olaanaa qabu argachuuf, erga sassaabame booda qulqullina oomishaa eeguufi oomishni isaanii dambiiwwan orgaanikii waliin kan walsimate ta’u mirkaneessuuf hojmaatilee barbaachisoo ta’an akka hojiirra oolchan gargaaru.

Pages 52
Authors Nicolas Lefebvre, Thomas Bernet and Paul van den Berge (FiBL)
Publisher(s) FiBL, Tradin Organic Agriculture B.V.
Year of publication 2022
Publication Format Technical guide
Version Download only
Language Afan Oromo
ISBN 978-3-03736-436-9
Country edition Ethiopia
Item no. 1382
Back